
OROMO EVANGELICAL LUTHERAN CHURCH
AN ELCA CONGREGATION
4300 16TH STREET NW, WASHINGTON DC 20011
(202)723-0700/240-423-5716/

OELC Worship Team
OELC Operation Time:
Worship:
Sunday: 12:30 – 2:30PM
Children Class:
Sunday: 1:30-2:30PM
Second Gen. Service
Sunday: 1:30 – 2:30PM
Prayer Services - Virtual:
Monday and Friday: 9:00 - 10:00 PM; Wednesday: 8:00 - 9:00 PM; Sunday(in person): 11 AM-12 PM at church
Bible Study Biweekly:
Saturday: 8:00 – 10:00 PM
Our Address:
4300 16th Street NW, Washington DC, 20011
Tel. (202)723-0700
OELC-WORSHIP TEAM
Prayers time for Children

Weekly Bible verse
Ergamoota 10:34-43
Waan Phexros Mana Qorneelewositti Dubbate
34 Yommus Phexros jaratti dubbatee, "Waaqayyo akka nama wal hin caalchifne amma hubadheera. 35 Saba biyya lafaa hundumaa keessaa namni isa sodaatu, inni waan qajeelaa hojjetus isa biratti fudhatamaa dha. 36 Waaqayyo dubbii isaa namoota Israa'elitti erguu isaa, misraachoo nagaa Yesus Kristosiin lallabuu isaa, Yesus Kristos kun immoo gooftaa namoota hundumaa ta'uu isaa, gaarii gootanii in beektu. 37 Cuuphaa Yohannis lallabe booddee Galiilaadhaa jalqabee, biyya Yihudaa hundumaa keessatti kan raawwatames in beektu. 38 Waaqayyo, Yesus nama Naazireet kana hafuura qulqulluudhaan dibee humnaan akka isa guute, inni naanna'ee hojii gaarii akka hojjete, Seexanaan kan cunqurfaman akka fayyise, Waaqayyo isaa wajjin akka tures beekamaa dha. 39 Nuyi biyya Yihudootaatii fi mandara Yerusaalemitti, waan Yesus hojjete hundumaaf dhugaa baatuu isaa ti; jarris isuma mukatti fannisanii ajjeesan. 40 Waaqayyo garuu guyyaa sadaffaatti du'aa isa kaasee, akka inni mul'atu godhe. 41 Haa ta'u iyyuu malee, nama hundumaatti utuu hin ta'in, nuyi warra dhuga-baatuu isaa akka taanuuf fo'amnee, du'aa ka'uu isaa booddee isaa wajjin nyaannee dhugnetti mul'ateera. 42 Inni wangeelicha namootatti akka lallabnuuf, warra jiranii fi warra du'an irratti abbaa firdii ta'ee moosifamuu isaas, akka dhugaa baanuuf nu abboomeera. 43 Raajonni hundinuu, namni isatti amanu hundmuu maqaa isaatiin dhiifamuu cubbuu akka argatu, isaaf dhugaa ba'aniiru" jedhe. Ameen.
The Oromo Evangelical Lutheran Church, Washington, DC. is located at 4300 16th St. NW, Washington DC. 20011. Since 1996, God has worked through faithful Oromo Christian immigrants to proclaim the gospel and make Christ known at this location.
Please join us for worship each Sunday at 12:30PM. Our many ministries are exciting opportunities for spiritual growth and services. We are here to serve the living Lord as his disciples, and our lives are marked by daily prayer, weekly worship, Bible study, Christian services and spiritual friendship.
Through our baptism and God’s amazing grace, we are already in a relationship with each other. Come meet the rest of your family this week!
Welcome to Oromo Evangelical Lutheran Church
Join us for a powerful worship night
Announcements/News/Events
June 8 & Sep. 21, 2025
Joint Service
In English & Oromo languages
Time 11 am-2:00 pm.
FROM OUR Video/PICTURES GALLERY


Solo Singers
OELC Christmas eve 12-24-2017
Lalise Yadeta
Gifti Paulos
Weekly Lectionary
