top of page

OELC-YOUTH Choir

 

Worship:

Sunday: 12:30 – 2:30PM


Children Class:

Sunday1:30-2:30PM


Second Gen. Service
Sunday:  1:30 – 2:30PM


Bible Study/Prayer Service Saturday:  5:00 – 7:00 PM

 

Our Address
4300 16th Street NW, Washington DC, 20011

 

Tel. (202)723-0700

OELC-WORSHIP TEAM

           Weekly Bible verse

        Yaaqoob 5:13-20.

Kadhanni Humna Akka Qabu Yaadachiisuu Isaa               13 Isin keessaa namni rakkinni itti dhufe jiraa? Inni haa kadhatu! Namni gammadu immoo jiraa? Inni immoo faarfannaadhaan galata haa dhi'eessu. 14 Isin keessaa namni dhukkubsate jiraa? Inni jaarsolii waldaa kristiyaanaa haa waamsifatu; isaan immoo maqaa gooftaatiin dibata dibanii kadhata haa godhaniif. 15 Kadhanni amantiidhaan godhamu kun, isa dhukkubsataa in fayyisa; gooftaan isa in kaasa, cubbuu hojjeteera yoo ta'es in dhiisaaf. 16 Yoos dhukkubattii akka fayyifamtanitti cubbuu keessan walitti himadhaa, waliifis kadhadhaa! Kadhannaan nama qajeelaa waan baay'ee hojjechuu in danda'a. 17 Eliyaas nama akka keenyaa ture; kadhata isaa keessatti bokkaan akka hin roobneef yommuu kadhate, waggaa sadii fi ji'a ja'aaf bokkaan biyya sanatti hin roobne. 18 Yeroo inni deebi'ee kadhatetti immoo, waaqni bokkaa in keenne, lafti midhaan in baase. 19 Obboloota ko! Isin keessaa namni tokko dhugaa irraa yoo jal'ate, namni biraan deebisee kan isa fidu jiraachuun in ta'a. 20 Inni nama cubbamaa karaa jal'inaa irraa deebisuu kun, lubbuu du'a oolchuu isaa, baay'ini cubbuu deebi'ee akka hin argamne gochuu isaa haa beeku! Ameen.

 

 

The Oromo Evangelical Lutheran Church, Washington, DC. is located at 4300 16th St. NW, Washington DC. 20011. Since 1996, God has worked through faithful Oromo Christian immigrants to proclaim the gospel and make Christ known at this location.

 

Please join us for worship each Sunday at 12:30PM. Our many ministries are exciting opportunities for spiritual growth and services. We are here to serve the living Lord as his disciples, and our lives are marked by daily prayer, weekly worship, Bible study, Christian services and spiritual friendship.

 

Through our baptism and God’s amazing grace, we are already in a relationship with each other. Come meet the rest of your family this week!

Welcome to Oromo Evangelical Lutheran Church

The Rev. Kenassa T. Shobor

Senior Pastor

    OELC Choir-A

    Announcements/News/Events

    Training Conference February 14-17,2020

    FROM OUR Video/PICTURES GALLERY

    OELC Christmas eve 12-24-2017

    Solo Singers

    Lalise Yadeta

    Gifti Paulos

    Weekly Sermons

    • c-facebook

    Copy Right© 2014  OELC, All Rights Reserved

    bottom of page